Posts

Du,iin irraa bu.aa qabeessa Furmaataa dhukkubaa hundaati

Du.iin ykn Rabbii kadhanna geggeessuun Dhukkuboota hundaaf furmaata. Du.iin diinaa balaa hundaati.balaa namarraa deebisaa, ni yaala, Akka balaan nam
KZOF
Du,iin irraa bu.aa qabeessa Furmaataa dhukkubaa hundaati
Du.iin ykn ved=1t:260882&q=define+Rabbii+Afaan+Oromo&bbid=9038620358653164861&bpid=2356041440938427768" target="_blank">Rabbii kadhanna geggeessuun Dhukkuboota hundaaf furmaata.  Du.iin diinaa balaa hundaati.balaa namarraa deebisaa, ni yaala, Akka balaan namatti hin buune dhoorka,yoo balaan sitti bu.ees sirraa salphisa.walumaa galatti du.iin seeyfii ykn habalee ykn meeshaa waraana ķan namoota Rabbiitti Amaneeti. Du.iin balaan walbira qabnee yommu ilaallu akkaataa Aramaan gadii kana qabdi Tokkoffaa Du.iin suun kan balaa saan injifattu yoo taate Balaa saana namaraa deebisti. Lammaffaan Yoo Du.iin suun kan irra laaffattu taate.balaan irra jabaatte Gabricha kan xuyxu taate garbicha irraa balaa saan laaffifti yoo  Du.iin gabrichaa suun Du.ii laaftuu taate Sadaffaan .Du.iin Gabrichaatifi Bal'aanis walqixxawani isaan lachuu Abbichaaf kan moroman yoo taheedha. Ammas yeroo Du.iin godhamu qaama qalbiin taatee du'iinsaa godhachuun barbaachisaadha