Jimaa Hararghe: The Rich Coffee Heritage of Eastern Ethiopia Zone is found in Oromia region
- Jimaa Hararghe
- Bunni Jimaa Hararghe
- Dhaala Bunaa Itoophiyaa
- Bunni Hararghe Bahaa
- Bunni Oromiyaa
Ummanni hararghe qabeenyi isaanii kan guddaan qabeenya jimaa yoo tahuu jimaan ummata hararghe qofa otuu hin taane qabeenya guddaa Ethiopia akka tahee shakkii homaa hin qabuu .
Bunni Hararghe Oromiyaatti
Qonna bunaa Hararghe
- Bunni aadaa Oromoo
- Bunni Itoophiyaa beekamaa
- Qulqullina bunaa Hararghe
- Urgaa bunaa Itoophiyaa
- Dhandhama bunaa Hararghe
Haatahuu malee namoonni Rakkoo dhunfaa ofii qabuu jimaan akkaa wanta bu.aa hin qabneefii namnii hojii hin qabne dhimma itti bahuu godhanii haasa'aan dogongora akka tahee hubachuu qaba.
- Jimaa Hararghe maal dha
- Bunni Jimaa Hararghe eessatti guddatu
- Aadaa bunaa Oromoo Hararghe
- Seenaa bunaa Bahaa Itoophiyaa
- Akkaataa bunni Hararghe itti guddatu
- Faayidaa bunaa Jimaa Hararghe dinagdee irratti
- Sababa bunni Hararghe addunyaa irratti beekamu
Jimaan ummata hararghe biratti akkasumas Ethiopia hedduu keessatti qabeenya namoota hedduu hiyyummaa keessaa baasuu irratti argamuudha.kanaaf namni jimaan haaraama jedhee sharia faallesitan ragaa homaatu hin qabdan jimaan alcohol wajjiin wanti walfakkeessu hin jiru.
