Guyyaan ĥarraa jimaataa 30,01,2026
Sadarkaa guyyaa jummaa. Guyyaan jummmaa Guyyaa keyrin hedduun keessa hojjachuun barbaachisuudha. Guyyaa jummaa keessa keyri hedduutu jira. Rabbiin Guyyaa jummaa maal jedhe? Rabbiin Qur’aana keessatti suuraa jummaa jedhee dubbatu. Rabbiin Guyyaa jummaa islaamummaa keessatti haalan kabaje. Guyyaan jummaa islaamummaa keessatti guyyaa kadhanna geggeessuun haalaan barbaachisuudha. Guyyaan jummmaa Guyyaa sa'aan Rabbiin du.ii siif dhagahuu kan keessatti argamuudha.walumaa galatti guyyaan jummmaa keyrii hedduu qaba Rabbiin nuuf haa kennuu Obboleewwan kiyyaa guyyaa maraa keyri haa hojjannuu. Keyri hedduutu jira Miskina nyaachisuu Rakkataa Gargaaruu Diiniif tumsuu Dogilongora irraa wal eeguu Walfuusisuu faadha. Karaa keeyrii kan biraa malii ni beektuu