Madda galii teenyaa tolfachuu

Medda galii keenyaa qorachuu
KZOF
madda galii teenyaafi haraamirraa rabbiin
 nuraa eeguu.

  •  Rasuulli (SAW) ni jedhan: "Yaa Anas! Nyaata halaalaa argachuun yoo siif danda'ame, taasisi. Dhugumatti namni nyaata haraamaa afaan isaatti ol kaasu, kadhannaan isaa guyyaa afurtamaaf hin qeebalamu." Hadiisa biraa keesstis. 
  •   Ergaman A.S.W. Sana booda ni jedhan: "Namni qabeenya isaa eessaa akka argate hin yaadne (halaalaa moo haraamaa), Rabbiinis balbala kamiin ibidda Jahannam isa galchu hin yaadu."

Post a Comment