Namni nu shawwade nurraa hin taane
Assalamuu aleykum warahamatullahi wabarakaatuhuu
Akkam jirtu ummannii muslimaa kan bahaa fi dhihaa akka amantii teenyatti nama shawwaduun haraam akka tahee ni beektuu?.
Nama shawwaduu jechuun Nama daguu ykn Nama shawwadu jechuudha
kuniis namni Nama dage islaammummaa keessa akka bahu ergamaan Rabbii sallallahu aleh wassallam himanii jiru kanaaf nama saguu irraa haa of qusannuu