Madda galii teenyaa tolfachuu
Medda galii keenyaa qorachuu
madda galii teenyaafi haraamirraa rabbiin nuraa eeguu. Rasuulli (SAW) ni jedhan:
"Yaa Anas! Nyaata halaalaa argachuun yoo siif danda'ame, taasisi. Dhugumatti
namni nyaata haraamaa afaan isaatti ol kaasu, kadhannaan isaa guyyaa afurtamaaf
hin qeebalamu."
Hadiisa biraa k eesstis. Ergaman A.S.W. Sana booda ni jedhan: "Namni qabeenya
isaa eessaa akka argate hin yaadne (halaalaa moo haraamaa), Rabbiinis balbala
kamiin ibidda Jahannam isa galchu hin yaadu."